WELCOME TO KANA PRESS
KANA PRESS
Dhaabbata technolojii dagaagsuuf hundeeffameedha .
Baga nagaadhaan gara mana keessanii dhuftan.. Dhaabbanni keenya kana press namoota gara miseensummaa isaatti dabalaman irraa Gonkumaa kafaltii hin gaafatu.
namni gara garee keenyaa makamee hojjatu , kan kana duraa websitii fii appilikeeshinoota gara garaa ummu danda’uu fii kan miidiyaa hawwaasa irratti beekamtii qabu ta’uu qaba. fakkenyaaf youtubara , tiktokara . kan technolojii irratti xiyyeeffatee hojjachaa ture ta’uu qaba.

Dhabbanni kana press hojiiwwan baratamoon akka gara dijitaalaatitti jijjirramaniif dhaabbata hojjatuudhaa. nuti dhaabbata keessaniif platformiiwwan , websayitii fii appilikeeshinootaa ni hojjanna.

Mobile users
world wide
91%
Laptop users
world wide
9%
kana press digital system LLC
Dhaabbanni kun lammileen hubannoo gadi fageenya qabuufii fii jireenya sadarkaa isaa eeggate akka qabaataniif , technolojii irratti xiyyeeffatee cichoominaan hojii guddaa hojjachaa jirra. dhalootaa dammaqeefis carra hojii uumee jira.

Previous
Next
COMPANY
- About Us
- Terms & Conditions
- Privacy Policy
- Sitemap
- Contact Us
CONTACT US
- Ethiopia , Addis Abeba
- +251924883333
- kanapress1@gmail.com
SERVICES
- app developement
- WordPress web Designing
- stock manegment system
- payment system
- hotel system
- ecommerce